Home

×

Error message

User warning: The following module is missing from the file system: backup_migrate. For information about how to fix this, see the documentation page. in _drupal_trigger_error_with_delayed_logging() (line 1143 of /home/ocwentcom/public_html/includes/bootstrap.inc).

Hostorical Background

Imaammataa fi tarsiimoo guddinna biyyi keenya hordoftuun jijjiiramooni hawaas diinagdee gurguddoon biyya keenya keessatti dhufaanii jiru. Kana keessaa jijjiiramni Industrii ijaarsaa irratti muldhate isa tokko. Oromiyaan handhuura biyyattii ta'uu isaa iraa kan ka'e hidhanni jijjiiramni industrii ijaarsaa kun naannoo keenya waliin qabu baay'ee cimaadha. Fedhiin ijaarsaa akka biyyaattis ta'ee akka naannoo keenyaatti jiru haalaan baldhaa yoo ta'u industriin ijaarsaa kana keessummeessu garuu baayyinnaa fi gahuumsaanis kan barbaadamuu gadi ta'ee muldhata. Rakkoo baayyinnaa fi gahuumsa dhabuu industirichaa irratti fedhiin tajaajila hojii ijaarsaa daraan baldhachaa deemuun fedhii fi dhiheessi tajaajilaa akka wal hin walsimne taasisuun, gatiin ijaarsaa iddoo jiru irratti akka hin tasgabboofnee fi yeroo gara yerootti qaala'aa akka deemu godhee jira. Qaala’iinsa gatii ijaarsaa kana... More

New Events

Asked to identify the key customer challenges in building and construction, Nunley says, “Customers want to see advancements in resiliency to handle the extreme weather hazards we continue to see. We are looking for further advancement in products that provide weatherability, UV protection, and... More

“We continue to see a strong focus on domestic infrastructure in order to repair aging roads, highways, and bridges,” Nunley says. “Residential housing continues to grow at a strong pace but may see some leveling off this year. Commercial construction continues to grow with a... More

“We continue to see a strong focus on domestic infrastructure in order to repair aging roads, highways, and bridges,” Nunley says. “Residential housing continues to grow at a strong pace but may see some leveling off this year. Commercial construction continues to grow with a... More

Science and Technology Cafe is awfully significant for our youth. Oromia Science and Technology has forwarding to formulate our youth to be capable and competent. To do this, one of its projects is set up Science and Technology Café in Oromia city Administration.  Now, OST has... More